Beeksisa hojii banaa

Dhaabbanni keenya Tumsa Development Group gita hojii duwwaa ta'eef iyyattoota qacaruu barbaada. Kanaafuu, iyyattoonni ulaagaa guutan beeksisni kun gaazexaa irratti erga maxxanfamee guyyoota hojii torba keessatti galmaa'uu akka dandeessan isin beeksifna.

Gitoota HojiiUlaagaalee HojiiMindaaDabaltaa Ibsa HojiiDandeettii Biroo
Gosa BarnootaMuuxannoo Hojii Walqabatee
Barreessaa/ttuu Olaanaa fi hojjetaa ArchiveBarnoota Saayinsii Hawaasatiin Degree jelqabaatiin Bulchiinsa waajjiraafi barreessaa Saayinsii ykn dameewwan kanaan walqabatan    Muuxannoo waggaa 4 Gita Hojiitiin kan walqabate dhiyeessuu kan danda'u  13,328Sadarkaa IV Manaajimantii fi barreessaa Saayinsii ykn dameewwan kanaan walqabatan fi muuxannoo waggaa 6 barbaachisaa ta’e qabaachuu   
Hubachiisa:
Bakka Hojii: Finfinnee
Akkaataa Hojii:- Dhaabbii
Bakka galmee: Meeksikoo, Mana Barumsaa daldalaa fuuldura, Gamoo Biftu Adugna 10ffaa Gamoo
Yeroo Galmee: Ganama 2; 30-6:30 Waaree booda 7:30-11:30 (Sa'aatii biyya keessaa)
Afaan Oromoo Afan, Afaan Ingilizii fi Amaaraatiin dandeettii walqunnamtii gaarii kan qabdu/qabu
Odeeffannoo dabalataaf:011-113-5275