Oduu

Guyyaan Farra Malaammaltummaa Kabajame

Akka Tumsa Development Groupitti gaafa Guyyaa 28,2016 bakka hoggantoonnii fi Kubaaniyooni isaa jelaa jiranitti argamanatti Guyyaa Kabaja Ayaana Fara Malaammaltummaa Bifa Panalii fi Mariin haala Bareedaa taheen Kabajjee Ooole jira. Marii Kana irrattis Hirmaatotta keessaa gaffilee ka'aniif Deebiin gahaa fi kalattiin gara fulduraattis Hogantoota irraa kennamee jira. Dabalataanis Hojjatoota Kubaaniyootaa Fakkeenya garii hojjii isanii fi Namusa irratti agarsiisaniifis Badhaasni kennamee jira.