TUMSA DEVELOPMENT GROUP

Vision
Mul'ata

Bara 2030tti TUMSAn dhaabbata mootummaa Itoophiyaa fi Afrikaa keessatti hojii daldalaa irratti xiyyeeffatee fi hawaasummaa fi naannoo irratti itti gaafatamummaa qabu adda duree ta’uuf yaada.

Mission
Ergama

Ergamni TUMSA hojii daldalaa bu’aa fi dorgomaa ta’e irratti investii gochuun akkasumas dandeettii qabeenya haala itti fufiinsa qabuun fayyadamuu fi guddina hawaasummaa keessatti dammaqinaan hirmaachuudhaan jijjiirama hawaas-dinagdee fi guddina Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Itiyoophiyaa keessatti gumaachuudha.

Core Values
Duudhaalee Ijoo


Itti Gaafatamummaa Hawaasa
Itti Gaafatamumaa Naannoo
Kutannoo fi Industirii
Bulchaa fi Itti Gaafatamumaa
Kalaqaa fi Gaaffii fiduu (Inquisitiveness).
Maamiltootaa fi qooda fudhattootaaf gatii kennuu
Garee fi Walta’iinsa Hojachuu

______________________________________________

______________________________________________

______________________________________________

Biftu Adugna
W/A Biiftu Adunyaa

W/A Bisinesii Biftu Adugna bara 1994 dhaabbata daldalaa adda addaa ta’ee hundeeffame. Dhaabbatichi hojiiwwan galtee fi al ergii irratti bobba’ee hojachaa jira.dhaabbatichi daldala irratti xiyyeeffate dhaabbilee Itoophiyaa keessatti adda duree ta’uun hojachaa jira.

GADA Transport
W/A Gadaa Tiraanspoortii fi Loojistikii

W/A Geejjibaa fi Loojistikii Gaadaa damee daldalaa ta'ee endowment Tumsaa Misooma Oromiyaa, Abbaa Taayitaa to’annoo misooma Oromiyaa fi dhaabbata aksiyoona Biftu Adunya Bussiness bara 2006 E.C

ODAA Transport
W/A ODAA Intigireetidii Transport


W/A ODAA Intigireetidi Transport dhaabbata biyya keessaatti galmaa’ee fi kaayyoon isaa inni guddaan hawaasa abbootii aksiyoonaa mootummaa daldala dhuunfaa inni keessatti hirmaatu irraa fayyadamoo taasisuudha.

JARA Holdings
W/A Jarra Holdings

W/A Jarra Holdingii walta’iinsa mootummaa fi dhuunfaattiin Fulbaana 2020 kan hundeeffame yoo ta’u, kaayyoon isaas sochii daldalaa damee hedduu kan bulchiinsa portfoolii gahumsa qabuun socho’uudha.

Our Projects

Enterprise Resource Planing (ERP)
Enterprise Resource Planing (ERP)
Data Center Constrauction
Data Center Constrauction

Michoota Keenya

Maamiltoonni Keenya Gammachuu isaanii Maal Jedhan

Walta Broadcasting Services

"TUMSA is legendary! Waan guddaa hojjechuu fi deeggarsa fi tajaajila ajaa’ibaa qabaachuu keessanitti gamachuu qabna. Hojii cimaa hojachaa jirtuu itti fufaa. Galatoomaa!"

Walta Broadcasting Services CEO
COOP

" TUMSA qabeenya gatii guddaa qabu hunda hawaasaa fi addunyaa daldalaaf akka gaariitti fida . Isin waliin hojjechuu keenyatti gammadneerra !"

COOP CEO
Oro-Fresh

" Hojiiwwan addaa ta'an TUMSA yeroo gabaabaa keessattis Hojachaa kan jiruu fi itti fufiinsaan misooma gadi fagoo hawaasaa keessatti hojataa jira.!"

Oro-Fresh Designer

TUMSA'S RECENT UPDATES