Beeksisa hojii banaa
Dhaabbanni keenya Tumsa Development Group gita hojii duwwaa ta'eef iyyattoota qacaruu barbaada. Kanaafuu, iyyattoonni ulaagaa guutan beeksisni kun gaazexaa irratti erga maxxanfamee guyyoota hojii torba keessatti galmaa'uu akka dandeessan isin beeksifna.
Gitoota Hojii | Ulaagaalee Hojii | Mindaa | Dabaltaa Ibsa Hojii | Dandeettii Biroo | ||
Gosa Barnoota | Muuxannoo Hojii Walqabatee | |||||
Barreessaa/ttuu Olaanaa fi hojjetaa Archive | Barnoota Saayinsii Hawaasatiin Degree jelqabaatiin Bulchiinsa waajjiraafi barreessaa Saayinsii ykn dameewwan kanaan walqabatan | Muuxannoo waggaa 4 Gita Hojiitiin kan walqabate dhiyeessuu kan danda'u | 13,328 | Sadarkaa IV Manaajimantii fi barreessaa Saayinsii ykn dameewwan kanaan walqabatan fi muuxannoo waggaa 6 barbaachisaa ta’e qabaachuu |
Bakka Hojii: Finfinnee
Akkaataa Hojii:- Dhaabbii
Bakka galmee: Meeksikoo, Mana Barumsaa daldalaa fuuldura, Gamoo Biftu Adugna 10ffaa Gamoo
Yeroo Galmee: Ganama 2; 30-6:30 Waaree booda 7:30-11:30 (Sa'aatii biyya keessaa)
Afaan Oromoo Afan, Afaan Ingilizii fi Amaaraatiin dandeettii walqunnamtii gaarii kan qabdu/qabu
Odeeffannoo dabalataaf:011-113-5275