Mul'ata
Bara 2030tti TUMSAn dhaabbata mootummaa Itoophiyaa fi Afrikaa keessatti hojii daldalaa irratti xiyyeeffatee fi hawaasummaa fi naannoo irratti itti gaafatamummaa qabu adda duree ta’uuf yaada.
Bara 2030tti TUMSAn dhaabbata mootummaa Itoophiyaa fi Afrikaa keessatti hojii daldalaa irratti xiyyeeffatee fi hawaasummaa fi naannoo irratti itti gaafatamummaa qabu adda duree ta’uuf yaada.
Ergamni TUMSA hojii daldalaa bu’aa fi dorgomaa ta’e irratti investii gochuun akkasumas dandeettii qabeenya haala itti fufiinsa qabuun fayyadamuu fi guddina hawaasummaa keessatti dammaqinaan hirmaachuudhaan jijjiirama hawaas-dinagdee fi guddina Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Itiyoophiyaa keessatti gumaachuudha.
Itti Gaafatamummaa Hawaasa
Itti Gaafatamumaa Naannoo
Kutannoo fi Industirii
Bulchaa fi Itti Gaafatamumaa
Kalaqaa fi Gaaffii fiduu (Inquisitiveness).
Maamiltootaa fi qooda fudhattootaaf gatii kennuu
Garee fi Walta’iinsa Hojachuu
______________________________________________
______________________________________________
______________________________________________
W/A Bisinesii Biftu Adugna bara 1994 dhaabbata daldalaa adda addaa ta’ee hundeeffame. Dhaabbatichi hojiiwwan galtee fi al ergii irratti bobba’ee hojachaa jira.dhaabbatichi daldala irratti xiyyeeffate dhaabbilee Itoophiyaa keessatti adda duree ta’uun hojachaa jira.
W/A Geejjibaa fi Loojistikii Gaadaa damee daldalaa ta'ee endowment Tumsaa Misooma Oromiyaa, Abbaa Taayitaa to’annoo misooma Oromiyaa fi dhaabbata aksiyoona Biftu Adunya Bussiness bara 2006 E.C
W/A ODAA Intigireetidi Transport dhaabbata biyya keessaatti galmaa’ee fi kaayyoon isaa inni guddaan hawaasa abbootii aksiyoonaa mootummaa daldala dhuunfaa inni keessatti hirmaatu irraa fayyadamoo taasisuudha.
W/A Jarra Holdingii walta’iinsa mootummaa fi dhuunfaattiin Fulbaana 2020 kan hundeeffame yoo ta’u, kaayyoon isaas sochii daldalaa damee hedduu kan bulchiinsa portfoolii gahumsa qabuun socho’uudha.
Maamiltoonni Keenya Gammachuu isaanii Maal Jedhan
"TUMSA is legendary! Waan guddaa hojjechuu fi deeggarsa fi tajaajila ajaa’ibaa qabaachuu keessanitti gamachuu qabna. Hojii cimaa hojachaa jirtuu itti fufaa. Galatoomaa!"
Walta Broadcasting Services CEO" TUMSA qabeenya gatii guddaa qabu hunda hawaasaa fi addunyaa daldalaaf akka gaariitti fida . Isin waliin hojjechuu keenyatti gammadneerra !"
COOP CEO" Hojiiwwan addaa ta'an TUMSA yeroo gabaabaa keessattis Hojachaa kan jiruu fi itti fufiinsaan misooma gadi fagoo hawaasaa keessatti hojataa jira.!"
Oro-Fresh Designer